Thursday, 02 April 2020 14:35

Donation

Written by
Rate this item
(0 votes)

Arsi university has provided 18 hospital beds with mattresses (1 million birr) , donated by Human bridge Sweden, for the Isolation Center In Asellla town.

Yuunivarsiitiin Arsii yaalamtoota Vaayireesii Koronaatiif Oolu Siree fi Firaashoota Buufata Fayyaa Tajaajila kanaaf filatameef kenne.

Magaalaa Asallaa fi naannoo isheetti namoota Vaayireesii Koronaatiin qabaman jedhamanii shakkaman iddoo tajaajila kanaaf filatame Buufata Fayyaa Haliilaa kan dhaabbata (HUMANBRIDGE Sweden) jedhamu irraa gargaarsan argate siree 18 fi firaashota 18 tilmaamni gatii isaanii qarshii miiliyoona tokko ta’u tajaajila yaalii kanaatiif akka oolu Yuunivarsiitichi gargaarsan kennee jira.
Kana malees ibsa mootummaa irraa kenname irratti hundaa’un yeroo barbaachisetti akka tajaajila kennan gamoowwan bulmaata barattootaa qulqulleessun dhimma kanaa akka oolu qophii godhee jira.

የአርሲ ዩኒቨርሲቲ ለኮሮና ቫይረስ ታካሚዎች የሚያገለግሉ አልጋዎችና ፍራሾችን ለአገልግሎቱ ለተመረጠው ጤና ጣቢያ ሰጠ፡፡

የአርሲ ዩኒቨርሲቲ በአሰላ ከተማ በኮሮና ቫይረስ የተጠረጠሩ ሰዎች ከሌሎቸ ተለይተው እንዲታከሙበት ለተመረጠው የሃሊላ ጤና ጣቢያ ከሂዉማን ብሪጅ- ስዊድን (HUMAN BRIDGE, Sweden) ካገኛቸው ዘመናዊ የሆስፒታል አልጋዎችና ፍራሾች መካከል ግምታቸው ከ 1 ሚሊዮን ብር በላይ የሆነ 18 አልጋዎችና 18 ፍራሾችን ነው የሰጠው፡፡
ከዚህም ሌላ መንግስት የሰጠውን አቅጣጫ በመከተል ወደፊት ተጨማሪ አልጋዎች የሚያስፈልጉ ከሆነ አገልግሎት መስጠት በሚችሉበት ሁኔታ በሁሉም ካምፓሶች የሚገኙትን የተማሪ ማደሪያዎችን በማጽዳት ዝግጁ አድርጓል፡፡

 

Read 1595 times

Leave a comment

Make sure you enter all the required information, indicated by an asterisk (*). HTML code is not allowed.