Thanku You
Ranking Web of Universities CLICK THE PICTURE TO SEE DETAIL

Duguma Adugna Debele (PhD) President

Hordoftoota Amantaa Islaamaa Hundaaf; Baga Ayyaana Eid al fitr kan 1441 ffaa nagaan geessan! Kabajamtootaa fi jaalatamtoota barattoota kenyaa hundaaf, Yeroo amma kanatti yaadan isin faana ta’uu keenyaa ibsaa; ergaa armaan gadii maqaa Yuunivarsitii Arsii fi maqaa kootiin dabarsuun barbaada.

  1. Kabajamtoota barattoota keenyaa, hunda dura tatamsa’ina vayirasii koronaa (Covid -19) irraa akka of eegnu isiin yaadachisuun barbada. Innis - Gorsa Ogeessonni fayyaa kennan fudhachuudhaan hojiira olchuu - Tatamsa’ina vayirasichaa dhabsiisuufi dhukkuba irraa uummata baraaruuf labsiiwwaanii fi qajelfamoota motummaan baasu garaa qulqulluutiin offitti fudhattanii hojiirra olchuudhaan. - Kanuma waliin walqabatee bekumsaa fi hubannoo argattan maatii keessaniif, quxisuwwan keessanii fi uummata jiraataa naannoo keessaanii keessatti argamaniif barsiiftanii hojiirra oolchuu akka danda’an gargaarudhaan.
  2. Naannolee jirattaniitti carraa argattan hundatti fayyadamtanii akka dubbistanii fi gahumsa akka gonfattan
  3. Carraa argame hundaa fayyadamuudhaan hojii tola ooltummaa irratti akka hirmaattaanii fi uummata jiraataa naannoo keessanii akka gargartan cimseen isiniif dhaama. Dhuma irrattiis ergaa Ogeessota fayyaa buleeyyii fi barsiiftoota keessanii obsaan akka hordoftan isiin gaafadha. Waaqqayyo uummata keenyaa fi biyya keenyaa haa eegu.

Dr Duguma Adugna, Arsi University President

ለመላው የእስልምና እምነት ተከታዮች እንኳን ለ1441ኛው የዒድ አል-ፈጥር በዓል በሰላም አደረሳችሁ፡፡ ለሁሉም የተወደዳችሁ ተማሪዎቻችን፤ በዚሁ አጋጣሚ በሃሳብ ከእናንተ ጋር መሆናችንን እየገለፅኩ፤በመቀጠልም የሚከተለውን መልዕክት በአርሲ ዩኒቨርሲቲ እና በራሴ ስም ለማስተላለፍ እወዳለሁ፡፡ 1. ውድ ተማሪዎቻችን ከሁሉ አስቀድሜ እየተስፋፋ ካለው የኮቪድ-19 ወረርሽኝ በከፍተና ደረጃ ረሳችንን መጠበቅ እነዳለብን ላሳስባችሁ እወዳለሁ፡፡ ይኸውም፡ ² የህክምና ባለሙያዎች የሚሰጡትን መልዕክት ተቀብላችሁ ከልብ ተግባራዊ በማድረግ፣ ² የቫይረሱን መስፋፋት ለመግታተትና በሽታውን ለመከላከል መንግስት የሚያስተላልፋቸውን መመሪዎች ተቀብላችሁ በአግባቡ በመተግበር፣ ² ከዚሁ ጋር በተያያዘ ያገኛችሁትን ዕውቀት ለቤተሰቦቻችሁ፣ ለታናናሾቻችሁ፣ እንዱሁም በአካባቢያችሁ ለሚኖሪ የማህበረሰብ አባላት በመካፈል ማስተማር ፣እንዲሁም ተግባራዊ እንዲደርጉ ማገዝ ፣

  1. በያላችሁበት አካባቢ ማግኘት በቻላችሁት አማራጭ መንገድ ሁሉ ተጠቅማችሁ ማንበብ እና ራሳችሁን ማብቃት ይኖርባችሀኋል፡፡
  2. ባገኛችሁት አጋጣሚ ሁሉ በየአካባቢያችሁ የበጎፈቃድ አገልግሎት ላይ በመሳታፍ የአካባቢያችሁን ማህበረሰብ ማገልገል እንደሚኖርባችሁ ላሳስባችሁ እወዳለሁ፡፡ በመጨረሻም ከዚህ ቀጥሎ የተላለፉትን የአንጋፋ ሃኪሞቻችንን እና መምህራኖቻችሁን ምክር በጥሞና እንድታዳምጡ አደራ እላለሁ፡፡ ፈጣሪ ህዝባችንንና ሃገራችንን ይጠብቅ!!

Dr Duguma Adugna, Arsi University President

Ergaa Ogeessota fayyaa buleeyyii fi Barsiisota Yuunvarsiitii Arsii

facebook like box joomla